id
stringlengths 1
6
| text
stringlengths 2
6.37k
|
---|---|
300 | Haasa’uu hin danda’u waan taheef, yeroon maatii koo viidiyoon dubbisun isa argadha ture.
|
301 | Shamarran Oromoo Karrayyuus kunoo akkasiin nutis guddina aadaa keenyaatiif dhaabannee jira jedhan.
|
302 | Abokaatoonni Obbo Jawaar, Obbo Baqqalaafi kaan doorsifamaa jirra jedhan Ijaarsi warshaa cuunfaa maangoofi timaatimaa Naqamtee maaliirra jira?
|
303 | Pirezedaantota yuunivarsiitilee Oromiyaa keessaa dhufanii dhimma Oromoo miidhu balaaleffataniifi kan habashota gammachiisuuf dubbatan adda baasuun saaxilaa deemuunis dirqama.
|
304 | Al tokkoon waa hundi yoo diigame (Poolisii Oromiyaa hanga waajjira faayinaansiitti) debisanii ijaaruun ulfataa fi yeroo gaafataadha.
|
305 | Foddaawwan waan cufamaniif haalli qilleensi itti seenuu malu ni xiqqaata.
|
306 | Taphoota FA Cup kana irratti hundi hinmoo’anne, hundis qabxii gahaa hinarganne.
|
307 | Abdi waldhabbii fi walitti bu`ins waanuma jiru, kuni garuu iddoo bu`aa guddaa buusuu dandeessu irraa si hin bqachiisu.
|
308 | Kunis uummata bitaa jiru irratti humna aangoo akka kennuuf kan tilmaame dha .
|
309 | Goodayyaa suuraa Siitiin adda addummaa qabxii 15'n liigicha dursaa jira
|
310 | Odeessa kana irratti dabalata Buufanni Hawaa Chaayinaa Tiyaangong-1 jedhamtu Kibba Paasifikitti buute2 Ebla 2018 Bakka balaliituun hawaa itti of gatan14 Bitooteessa 2018 Rookkeettii Paarkar Soolaar Piroob: Naasaan rokkeettii gara aduutti furguggise13 Hagayya 2018 Isin hin darbiin Shamarran Finfinneetti sabboonummaa Oromoo dagaagsuuf hojjechaa jiran17 Amajjii 2021 Filannoo Yugaandaa booda Boobii Waayin lubbuusaaf akka sodaatu ibseSa'aatii 6 dura Dubartoonni appii sagantaa laguu agarsiisuun rakkataa jiruSa'aatii 7 dura Maaltu haasa'ama?
|
311 | Naan Inní hojjechuuf deemu salphati Hin tilmamuu.
|
312 | Sababnisaa lafti Orommiyaa lafa dhiigaan aguugamteedha.
|
313 | Sagalee QEERROO Bilisummaa Oromoo Gurraandhala 1, 2016 – Kutaa 2ffaa Jaal Diiramuu Cabsaa
|
314 | Hundi isaanii homaa hin taane, lubbuunis jiru turan.
|
315 | Dhiphinaa nu baasee cubbuu keenya ni dhiisaa
|
316 | Sagaleen dubartii dhaanamte bakka dhaga’ametti, mallattoo wal waamichaa kan ta’e sagalee ililfannaa, “ililii,ililii,ililii…” jedhu wal dhageessisanii walii qaqqabu.
|
317 | Mootummaan abbaa-Irree Itoophiya gaaffii haqaa kan ummanni Oromoo karaa nagayaa fi seera-qabeessaan woggoota sadan dabraniif wareegama qaqqaalii itti baasuun gaafachaa turee fi itti jiru karaa qajeelaan deebisuu mannaa, Labsa Yeroo Muddamaa (LYM) irratti jigsee ilmaan sabaa ajjeechaa fi hidhaan alaakaa jira.
|
318 | Lola kana irraatti waraanni Dargii funduraatti osoo hinbane, Oromoota marsaa funduura irraatti hirirsudhaan ofi duuba ta'ani namoota heedduu ficcisisaniiru.
|
319 | Sababii hannaafis ta'e yakkaa itti himu qabda.
|
320 | Wixineen Waayit Howuusii bahe kun waantawwan lama yeroo baay'ee Pireezidaant Donaald Tiraampiin qeeqaman dabalataan gara xumuraatti fidu barbaada.
|
321 | Kun rakkoo magaalaa keessa hanga tokko furuu danda’ee jira.
|
322 | Kanaaf iyyuu yoo aariin ati Oromoo tokkotti qabdu bayyee guddaa ta’e, isa balleessuuf jettee diinatti akka hin kennine.
|
323 | Ummata Oromootiif dhageettii guddaa, seenaa biyya kanaatiifis waan gaarii uuma jedheen ilaala.
|
324 | Fulbaana 21/2017 Uummata nagaafi jaalalaan baroota dheeraadhaaf waliin jiraataa tureefi kabaja waliif qabaataa tiksee wal jiraachisaa kan ture, mootummaan wayyaanee uummanni kun nagaan akka waliin hin jiraanne shira gurguddaa xaxuudhaan dantaa siyaasaashee geggeeffachuuf hojii erga eegaltee bubbuleera.
|
325 | Ar'a kanneen kaleessa akka hooggan biyyoolessaatti ilaallu gosa gadi bu'anii hooggana gandaa tahanii jiru.
|
326 | FBC - Fiigichi guyya guyyaa carraa sa’aatii 7 dabalataa jiraachuu ni-uuma: qorattoota
|
327 | Kabajaa mirga bineensotaaf jettee bofa si’idduuf jiru ufitti hindhiistu.
|
328 | Adaamaan dorgommii bara kanaa sadarkaa 5ffaan xumureera.
|
329 | Warshaan biiraa Harar bishaan Haramaayaan biiraa omishee gurgurata, yunivarsiitiin Haramaayaas bishaanuma kanatti fayyadama.
|
330 | Odeessa kana irratti dabalata Nageellee Arsiitti adurreen yaala baqaqsanii wal'aanuun dhalte5 Muddee 2019 Bineensota bosonaa: Itoophiyaatti namoonni maaliif qocaa adamsu?
|
331 | ''Sadarkaan barnootaa isaaniis kan ilaalame waan taheef, amaanaa uummataa galmaan ni gahu,'' jedha.
|
332 | Ijuma namni ilaaluun ijuma lamaan ilaala mootummaa kana.
|
333 | ''Sudaan keessatti seerawwan mirgoota namoommaa sarban hunda ni haqna,'' jedhaniiru Ministirri Haqaa Naasraddiin Abduulbaarii.
|
334 | Abiyyi Amhad kanalletti hinaaftee waan of gootu wallaaltee jirti Woyyaaneen.
|
335 | Kanniin madaayanii iyyaa turani irrattis hanga afaan wolitti qabtanitti itti dhukaasaa turan.
|
336 | Ji'a darbe, gaazexaan guyyaa guyyaan maxxanfamu El Pais jedhamu akka gabaasetti, saayintistoonni Ispeen laaboraatoorii Chaayinaa keessatti micireewwan makaa namaafi qamalee uumuu dubbatu.
|
337 | Kana Cabsuuf ABO’n obsaf kutannoodhaan Bahaa hanga Lixaa, Kaabaa hanga Kibbaatti hojii siyyaasa barsiisuuf Oromoo Oromummaa barsiisuu irratti wareefama isarra jiru mara kaffalaa yoona gaheera.
|
338 | Seerri idilee tumaalee kanniiniin kan wal hinfaallessine (consistent) yoo ta’e; falmii seeraa irratti raawwatiinsa kan qabu tumaalee seera idileeti malee tumaalee heeraatii miti.
|
339 | MM Abiy mormii ummanni Oromoo taasiseen booda, Bitootessa 2018 gara angootti dhufani.
|
340 | Akkasumas, Rabbiin Tokkicha fakkaataa hin qabne waan ta’eef.
|
341 | Obbo Getaachoon “Ayyaani kuni ayyaana jaalaa fi araaraati!
|
342 | Akkasuma gareen Waldaan Fannoo Diimaa Maqalee hospitaalichi boba'aa jenereteroota isaa ittiin sochoosu akka argatuuf hojjechaa jiru.
|
343 | Garuu kan bahuu hin oolle birmadummaa gatiin hin argamne biqilchaa du’uun salphina dhuma hin qabne keessa jiraachuu irra maqaa qaba.
|
344 | Qabsaawaan ni kufa, Qabsoon Hin Kufu!
|
345 | Kanaaf, qawwee saanii ilmaan Oromoo irraa gara Wayaanee isa biyya keenya booji’ee ummata keenya lafee qorqaa jiruutti akka naanneessan isaan gaafanna.
|
346 | Halagaan bultii ijaarratanii, seera kabajaa Oromiyaa keessa jiratan Oromoon akka Oromiyootaatt ilaaluunii.
|
347 | Jaale Daawud Ibsaa Ayyaanaaf (Hogganaa ABO-SG) Bakka jirtutti nagaan kiyya kabajaa fi jaallumaa durii siif haa tahu!
|
348 | Jiraattonni gara qe'ee isaaniitti deebi'aa jiranis rakkoon isaan mudataa jira.
|
349 | "Namoonni warraa kaaniif jecha tarkaanfiiwwan ittisaa akka hordofan gaafachuun barbaada," jette.
|
350 | 29 Bitooteessa 2020 Erga Afriikaa Kibbaatti sirni Appaartaayidiin kufeen booda, dargaggoonni saba biraa waliin hiriyyummaa jaalalaa uummachuun ni danda'u ture.
|
351 | Kanaafuu akkaataa labsii yeroo muddamaa ajajuun qindoominaan hojjechuun dafnee fala furmaataa tokko kennuuf hojjechaa jirra" jedhu.
|
352 | MM Abiy Ahimad dhimmoota hedduu irratti yaada kan kennan wayita ta'u gaaffilee gaafatamanii osoo deebii hin kenniin hafanis jiru.
|
353 | Sana akka balaliitu gochuun hawwaa fi dharraan Oromummaa fi bilisummaa akka hin dhaamne gochuu dha.
|
354 | Adeemsi akkasii kunis dhiheessiitiin waan hir'atuufuu gatiin akka ol ka'u dubbatu oggeessi diinadgee Obbo Saamu'eel Saahiilee.
|
355 | Guyyuma kana akkuma guyyoota kaanii hiriyyoota isaa wojjin utuu mana barumsaa inni barsiisuu galaa jiruu konkolaataan lakkoofsa gabatee ishee 3-F taate dingata dhuuftee fundura isaa dhaabbate.
|
356 | Rakkoon kun qaama saala dubartii fi Gadameessa miidha.
|
357 | Arraba Kee Eeguf- Kutaa 1ffaa - Ibsaa Jireenyaa
|
358 | Suuraa gootota Barattoota Oromoo FDG irratti wareegamanii kan Jaagamaa faa fi gootota ilmaan Oromoo J.
|
359 | Dhaha jechuun faana buutuu Gadaa Oromoo jechuudha.
|
360 | Har’a mootummaan Wayyaanee muddamsuu guddaa keessa jira.
|
361 | Amma yeroo xalayaa kana barreessaa jiru, halkan keessa saatii sagal.
|
362 | Dhimma falmii hariiroo hawaasaa fi yakkaa ilaalchisee qaama dhimma ilaallatu keessatti akkaataa seeraatiin raawwatamuu fi faayidaa fi mirgi dubartootaa fi daaimmanii kabajamuu isaa ni hordofa; haala raawwii isaa qaama dhimmi ilaalutti ni dhiyeessa;
|
363 | Madda jiran kanatti dhimma bahuudhaan seenaa haqaa barreeysuuf, maddi amansiisaan himamsa afaanif aadaa Oromoti taha.
|
364 | Dhugumatti, Rabbiin waan isin hojjatan hundaa keessa beekadha.
|
365 | Qorannoo biraa bara 2018 gadhiifameen, qorattoonni caccabaa lafee umuriin isaa waggoota 50,000 ta'e Raashiyaarraa akka ta'e himamu lafee durbaa gariin Denisovan gariin ammoo Neanderthal ta'uu argataniiru.
|
366 | Kitaabni Qulqulluun kan Ibrootaa :, "Dubbiin Waaqayyoo saffisaa fi humna qabeessa;
|
367 | guyyaa 18 08 2009 Pireezidaantoonni naannoolee lamaani fi qooda fudhattoonni kan irratti hirmaatan, daawwadha yaada fi qeeqa keessaan gumachuurraa of
|
368 | Imam Sawriin(Rabbiin rahmata isaa haa godhu) Ibni Abi Zaa’ibin akkana jedhe:”Yoo Rabbiin sodaatte Inni siif gahaadha,namoota hin barbaaddu.
|
369 | Oromoon gahumsaafi bilchina sammuu cimaa qabu osoo jiruu aangootti butamuu dhabuunsaa ilaalchi dogogoraan hidda gadifageeffate kan ture ta’us, oolee bulee har’a dho'uu dandaheera jedhu.
|
370 | Ittuma marsanii rasaasaan iddoo tokkotti kuffisanii ajjeesan.
|
371 | Galanni ilmaan Oromoo warra akkasitti Afaan sarara irraa godhanii guddoo dha.
|
372 | Gosa KHG irratti hundaa'ee, yeroo baayyee KHG tokko keessa rejisterii lamaa hanga dhibbaatu jira.
|
373 | Warri amma marii kana gaggeessitan hundi hooggana ABO turtan.
|
374 | Biiroo Qonnaa Oromiyaa Sadarkaa Itti Aanaa Pirezidaantiitti Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Lakk.
|
375 | Hidhamtoota qoricha furmaata yeroon wallaanaman Itti fufanii yaalamuuf ammoo humni isaanii hin hayyamu jedha dargaggoo Dajaneen.
|
376 | Garuu didhaalee sana mara irra aanee dhawaatumaan jabaataa yoona gahe.
|
377 | Ishee duraa sanas inuman faana haasawa.
|
378 | Namoota tokko tokkotu jiru; ‘chartera’kan jedhu kun akkasumatti sammuu isaanii kessatti uumamee ‘charteriin’ biraa tolfama kan jedhan hinjiruu jechaa dha.
|
379 | Yoo qunnaamtii saalaa raawwannu guyyaa carraan ulfaa’uu baay’ee olka’aa ta’e adda baasnee beeekuuu ( Guyyaa marsaan laguu itti dhangala’uu eegale irraa kaasee guyyaa guyyaa 9ffaa haga 19ffatti.
|
380 | Sanyiidhuma Oromoo lama gidduutti iyyuu gumaa nyaachuun dhorkaadha.
|
381 | Guyyoota darbaniif ammoo namoonni seeraan alaa miira dargaggoo kakaasuun Shaashamannee fi Lixa Harargee Aanaa Buukeetti lubbuun namootaa akka darbu sababa ta’aniiru jedhan.
|
382 | Gocha gootummaa kanatu Bilisee gatii akka kaffaltu taasise.
|
383 | Miseensota jila kanaa keessaa Aalimni keenyaa jalatamaa fi Kabajamaa Dr Jeeyilaan Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa Ustaaz Kamil Shamsuu, Daa’ii Qamar Huseen dabalatee ula’maa’onni heddu kan argaman tahuu gabaasin arganne ni mul’isa.
|
384 | Reeffi namoota Konkolaataa keessa turanii eenyummaa isaanii adda baafatuu kan hin danda’amin tahuus beekameera.
|
385 | Sababa sagantichaatiin duullis ta'e himanni dhufu hundi gara dhaabbatichaa osoo hin taane isheerratti kan fuullefate ta'uunis sababa biraa ta'uu eerti.
|
386 | Tajaajila Oddeffannoo fi Babal’inaa Gabaa irratti hojachuun Hammayessu.
|
387 | Next articleBilisummaa bira gayuuf Oromoon Bulchiinsa Lammaa Magarsaa Akka Riqichaatti itti fayyadamuu qaba
|
388 | Dabalees bifa mormii siyaasaa qabateen hawaasicha sossoosuu danda’uun akka hawaasichi dhaabbata bilisa tahe kan mataa isaa ummatu dandeessisa.
|
389 | ← Oromia: Guyyaa Gootota Oromoo kan Bara 2016 Ilalachisee Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO)
|
390 | Sundaar Pichaayi haala deemsa keetiin walqabatee mudateef dhiifama gaafataniiru.
|
391 | Imaltoota (turistoota) impaayerittii isaanii seenan maratti, hoteelota urjiiwwan shanii keessatti akkuma aadaa Oromootti damfisuun: jabanaa marga coqorsaatiin marsanii, shaarfaa bunaa kan garbu irraa akaawame faa dhiyeessanii ittiin daldalachaa jiru.
|
392 | Moototi sanaa asii kolonii dha kan jedhu irraa baqatan malee qabee kolonii jechisiisu jijjiiruu hin feene.
|
393 | Ijoolleen kun ciree nyaatanii laaqan akka bela'an kan hin beeknedha.
|
394 | OROMIYAAN WANOFITIAB… on SEENAA GOOTICHA Jaal Jaarraa A…
|
395 | Siyaasi QBO bara cee`umsaa kun siyaasa bara motoota laga Gibee shananiin walifakkaata.
|
396 | Galatoom lammii koo itti nuufufi sirba heddu bareedudha.
|
397 | Waan uumameef hamma yoonaati maa’ii baasee jira.
|
398 | Kan aadaa Amaaraa hin maxxanfanne fi kan seenaa Amaaraa hin leellifnes, akka amba…
|
399 | Hoggana yaada dhagahu osoo hin taane daranuu badiitti deemu ta'uu waanin mirkaneeffadheefin dhiisee biraa deeme.
|