id
stringlengths
1
6
text
stringlengths
2
6.37k
400
Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Qophii Waxabajjii 04, 2016
401
Baakteeriyaan kun dhibee akka inni fidu kan beekkame bara 1876 Rooberti Kookin ture.
402
Waggaa 25ffaa SBO Kabajachuuf Jettu Sababaa Jedhuun Barattooti Oromoo 5 Hidhaman.
403
Miidhaa yeroo gabaabaa baqaaf jechas ba’aa diinaa hagas ulfaatuu baadhataa jiraachuunis waan fudhatama qabuu miti.
404
''Yoo danda'ame dubbiin kuni akka fagoo hin deemnes hojjechaan jira'' kan jedhan Obbo Lalisaan ''ummannis waan fuudhani akka deebisan'' gaafatu.
405
Ayyaana Wayyaaneen waggaa 23`ffaa erga Oromiyaa qabate kabajaatu qeeqachuun, hawaasni Oromoo Barliin, hiriira nagaa kan hatattamaa qindeessuun, guyyaa 28.
406
Abo akkas tanaan waalin jiraa garu bilisumman kan qaween maale hin dhufu.
407
Kan irratti duulamuufis Kaayyoon haqaa deggersa ummata Oromoo qabu kun akka hin milkoofne taasisuuf jecha.
408
jechuun wareegamni abbummaa fi haadhummaa baasaa jirtan galmee seenaa keessatti akka Bakkalchaatti ifee bara baraaf jiraata.
409
Zinaan zanbii (cubbuu) guddaa akka ta’e shakkii hin qabu.
410
Diina humnaan deemu humnaan dura dhaabbatuun alatti falli biraa ittiin qolatuun danda’amu waan hin jirreef, diina ummata Oromoo kana karaa irraa maqsuuf WBO bifa hundaan jabeessuun barbaachisaa waan taheef ABOn kan milkeessuu irratti kan dur caalaa jabinaan akka bobba’u mirkaneessa.
411
Booranatti barattoota hiisiisuu fi ajjeesisuu irratti, Baaletti Qeerroo akka Qeerroo Ambootti hin dhaqne dhoorgisiisuu irratti, Wallagatti hamma naafa Oromoo qabsiisuun maa’ikalaawitti hiisisiisuu, Harargetti ummatatti Agaazazii waamuun ficcisiisuu fi kkf hunda kan raawwachiisee fi raawwate miseensota OPDO Tigreen xiqqeeffatte.
412
Hegereen sabichaa ammo hegeree Oromoota amma Itophiyaa bulchaniitiin walitti hidhamee jira.
413
Naannichatti walitti bu'insi waraanaa kan himame ta'ullee jiraattonni bakka wal gaarerfachuun jiru jiraatan BBCn dubbise darbee darbee dhukaasa gurguddaa akka dhaga'amu dubbatu.
414
Hojii gargaarsa namoomaa isaaniif badhaasa Noobelii kan argatan Kofii Anaan, bara 1983tti ture biyya Gaanaa Goldi Koosti jedhamtuutti obboleetii isaanii waliin lakkuu ta'uun kan dhalatan.
415
Fafaca'anii guddachuu dhiisii roorroo ofirra dhorkuunu rakkisaadhaa.
416
kunis kan dubbatame Qur’aana keysatti rabbiin s.
417
Waggaa digdama booda, humna ta’u dadhabuun, dadhabbi guddaa miti?
418
Qabsoon Oromoo Biyya keessaa fi alatti gaggeeffamaa jiru, suduudaan Oromoof osoo hin taanee, dina keessaa fi alaa, Diina Ollaa fi baar gamaaf ,akkasumas, addunyaa maraaf waan dhaamaa jiruutu jira.
419
Haala kana warri mijjeessaaf jiru ilmaan Oromoo warra suusii Itophiyaa qabna jedhanii fi warra akeeka Miniliki bakkaan geenya jedhu akka tahee uummatni keenya bareechee hubachuu qaba.
420
Addunyaan keenya waan haarayaan guutamtee jirti.
421
Maaliif akka deemnu itti himnee ragaa isaan biraa argachuu dandeenyu yoo qabaatan gaafanne.
422
Nama imaana nyaate dhoksu garuu siinan arge.
423
Godaansa Hojii ykn Dalagaa, kun kan ilaallattu godaantota biyya isaanii irraa bahuun dalagaaf jecha biyya biroo deemanii Keeyyata 2(1), Mirgaaf seera wolii galaa eegumsa godaantota dalagaa kan maatii isaanii woliin deemanii dalagachuu danda’an keeyyatni kun kan ibseedha ICRMW 1990.
424
Hogganooti Yugoslav, Cote d’Ivoire, Liberia, Sudan kkf xaddachichatt himatamaa jiran yakka hanga kan hogganoota Empayera Itophiyaan ammaa haa tahu durii gahu hin tolchine.
425
Hojjettootni hospitaalicha deeggarsa atattamaa sassaabuun waahilli isaanii waldhaansa fooyyee qabu akka argatan Finfinneetti ergan.
426
Eebbisaa Dhaabaa barataa sportii waggaa 3ffaa Yuniversiitii Jimmaa
427
Warri galu kun OPDO itti rakkina uumu malee waan gagaaruu danda’an tokko hin jiru.
428
Seerawwan hafuura arfan inni jalqabaa, Waaqayyo si jaallata jireenya keetiifis karoora dinqisiisaas qaba.
429
8) Tajaajila lubootaa fi hojjetoota wangeelaa Oromoo Kan keenya jabeeffataa saboota kaaniifis akka qaqqabnu kadhannaafi yaadaan irratti hojjechuuf, waldoota ammayyuu tajaajila akkasii jalqaban jajjabeessaa, muuxannoos irraa fudhachaa waliin hojjechuuf;
430
Previous articleSeenaa kana baayyee akka jaallattan abdii guddaan qaba.
431
kanaafuu hojii online kee icciteessi hanga dandeessutti.
432
Kana waan ta'eef, dubartii gurraattii yoo kenniteef waan sirrii hin ta'u jechuudha.
433
Mallattoon koronaavaayirasii 'guyyaa shan booda mul'ata' Olompikiin Tookiyoo 'waggaa tokko ykn lamaaf achi butamuu mala' Koronaavaayiras Arsenaal seeneera Madda suuraa, Getty Images Leenjisaan Arsenaal Mikel Arteetaa dhukkuba Koronaavaayirasiin qabamuu kilabichi beeksise.
434
Bara 1996'tti pooliyoon guutuu Afriikaa keessatti daa'imman 75,000 ol laamshesseera.
435
Odeessa kana irratti dabalata Koronaavaayiras: Oromiyaatti wantoota tatamsa’ina Covid-19 ni hammeessuu jedhamanii sodaataman12 Caamsaa 2020 4:11 Viidiyoo, Koroonaavaayiras: Gaazexeessitoonni cidhni isaanii sababa Covid-19n danqame maal jedhu?
436
Kalaqa barattoota kanaa kan dinqisiifatan ogeessi kun, keessumaa biyya akka keenyaa haati tokko yeroo deessu namni kamiyyuu qaama hormaataa ishee akka tuquu fi ilaalu hin barbaanne keessatti meeshichi barbaachisaadha jedhu.
437
Garuu dhiyeenya kana, haalli kanaan ala ta’e kan daldala fakkaatu eegalamuun hawaasa naannoo hedduu mufachiisuufi walirraa ilaalee naannoo gara naannotti babaldhachaa jiraachutu muldhataa jira.
438
” jedha; garuu kan dhimma baasu waan amma tolfamaa jiru malee isicha dabre miti.
439
Hirmaattoonni wal-ga’ii kanaa tarsiimoon kun torbanoota murtaa’an dhufanitti rakkoo faayinaansii biiznasii, sochii baankii fi addaan cituu oomisha boba’aa jiraachuu danda’uuf furmaata qabatamaa akka fidu akka eegamu ibsaniiru.
440
Gaazexeessaan kun amma eenyummaa isaa ifa taasiseera.
441
Haasaa kiyya jalqabaas attamiin sodaa ofii mo'achuun akka danda'amurrattiin dhiyeesse ture.
442
Kan biyya namaa qabatanii qabeenya saatiin jiratan dirqiin malee fedhan diriiraa dhoofsisaatt hin dhufani; aangoo irraa buunaan qananii bacarraqaa dhabanii fi yakka itt gaafatamuu dandahan heduu.
443
Akkuma kanas baruma amma keessa jirru kana Partiileen siyaasaa biyya Norway kanneen imaammataa fi ilaalcha irratti garaagarummaa haga gaara guddaa addaan fagaatu osoo qabanii waltajjii waloo (common platform) tolfatanii osoo waliirratti qabsoo geggeessan waliigalanii mootummaa waggaa 8 aangoo irra ture buqqisanii aangoo qabatan.
444
Yaa'ii Torbee lamaa kanaan duubatti Gadaan Booranaa seerota Waggaa saddeet dura lallabaman kaan fooyyessuu fi haaraanillee itti dabalee lallaba jedhameetu eegama.
445
''Uffanni aadaa nama qofaa miti, seexanayyuu bareecha,'' jedha Lij Yaareed.
446
Ionizing Radiationiin fayyida bayye qaba, kunis medicine,qo'anno,construction fi kan kan fakkatan kessatti.
447
Qabsawaa sabboonaa Dabalaa Xaafaa dabalatee goototni sabboontotni barattootni Oromoo Dajanee Sarbeessaa, Guutuu Abarraa, Karrasaa Caalaa, Gazzahany Oliiqaa fi kanneen hafan biroon falmii mirga abbaa biyyummaa Oromoof qabsoo yeroo ammaa Oromiyaa keessaa finiinaa jiru keessatti wareegamaniiru.
448
Hagarii manni gama Taaddasaa Birruu manni gamanaa Lammiisaaf wareegame xinnuma kana galanni namaa.
449
Viidiyoon konkolaataa seera cabsee akka raga dabalataa seera cabsuutti kaa’ama.
450
MEE Chitti YAADII: Waaqayyo Inni Jaalala ta'e Waaqayyo … Dubbie je tlačený k Fufa _ Pokračovať v čítaní →
451
Asxaan alaabaa biyyoolessaa gidduutti argamus walqixxummaa sabootaa, sablammootaafi ummattootaa akkasumas amantiiwwanii kan mirkaneessu ta’uus Obbo Habtaamuun ibsanii, asxaa kanarraas mallattoon eenyummaa, aadaa, afaaniifi amantii sablammoota kanneenii kan maddu ta'uu eeraniiru.
452
U)guyyaa har’aa Muddee 20,2015 magaalaa kampaalaatti wal gahuun tarkaanfii…
453
20 OctoberJawaar Mohammed: “Qubaamitii qawwee yoo natti qaban beekkoomsaan qabuun ummata kiiyyaa waliin qabsaawuu irraa hin deebi’u”
454
Yeroo ani daa’imma ture, dunkaanni kitaaba Kiristaanaa.
455
Dhihootti humna keenya guddifnee karaa ammayyaawaa taheen oomishatti akka gallu abdiin qaba.
456
Ifatti kan beekamu hedduun namaa EPRDF jala durii kaase hanga har’aatti kan tirtiruuf jaalalaafi sagantaa EPRDFn hawatamee miti, jiraachuudhaaf.
457
Namoota sabaaf hojjatan kan tasa hojii irratti walitti dallanan san akka aadaa keenyaatti dhaddacha teenyee walitti araarsuu caalaa akka wayyaaneetti tokko dhaadnee kaan balfinee tarsiimoo walitti aarsuufi hijoomsuutti dhimma bahuu filanna.
458
Bakka itti fayyadamni waloo jirutti, bishaan walitti bu'iinsa uumuu akka danda'u, walta'iinsa cimsuu fi ariifachiisuus danda'a.
459
Mootummaan Naannoo Tigraay gamasaatiin lolli kallattii hundaan irratti labsamee akka jiruu fi uummatarratti kan qiyyaafate ta'uu ibsa.
460
sochiin kun qindaa’aa ta’uu fi umurii qabaachuu qofaa osoo hin taanee xumura wayyaanee akka tolchuu ragaa hedduu ammaaf tarrisuu hin dandeenye of harkaa qabaafan kaasaa jiraa.
461
Hiriyoonnikoo hedduun cm 180fi cm190 gidduu dheeratu, kanaaf namoota dhedheeroo bira taa'uun natti tola.
462
Pireezidantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaas Obbo Kabiir nama kana maaf hin hojjettan jedhe namatti dheekkamu ture jedhan.
463
ol gumaache Tigraayitti yeroon meeshaa waraanaa itti deebisan xumuramee, sakatta'iinsi eegale Kana malees bulchiinsii yeroo naannichaa hojjattoota motummaa baatii tokkoo oliif hojiirraa dhaabbatanii turan Muddee 14, 2020 gara hojiisaaniitti akka deebii'aniif waamicha taasisuun ni yaadatama Haaluma kanaanis namoonni hedduun gara hojiitti kan deebii'an ta'ulleen, waajjiraalee keessaatti wantoonni barbadaa'aan hedduun waan jiraniifu amma hojiin isaan kana galmeessuufi sirreessuu hojjatamaa jiraachu Obbo Ataakilitiin dubbatan.
464
Sabaan fo'amuu waldhibdee Itoophiyaa keessaa hammeessa jedhamee sodaatamu 'Jiddu seentummaa qaama alaa hin simannu' jedhan MM Abiy Ahimad Pireezidantiin Eertiraa Isaayyaas Afawarqii "karoora itti aanuuf akka tolu dhugaa lafarra jiru kallattiin hubachuuf" jedhanii jila gara Finfinnee akka ergan beeksisan.
465
Bara 2009 irraa eegale aangorra jira.
466
Bakka walgayiis yoo dhaqan yaada kennamurratti otoo hin taane namicha yaada kennerratti yaada kennatu.
467
Geetaachoo Ambaayee ammatti ibsuu hin barbaanne.
468
4 Duub Deebii Seenaa; 2012 Gammachuu Wiirtuu Seenaa
469
Hojjattoonni hedduunis manasaanii akka taa’an hojjetan taasifameera.
470
Ummatni Oromoo sirna gabrummaa walabummaa, birmadummaa fi mirga dimokraasii isaa sarbee hacuuccaa fi saaminsa gadi dhaabuu barbaade baroota dheeraaf of irraa faccisuun walabummaa isaa tikfate.
471
Qe’ee Oromoo Gaarayyuu fi Torbii Walloo
472
Yeroo sanatti, mootummaan isaanii naannoo Kaaba biyyattiitti argamu waliin waraana keessa seenuu hin fedhu jedhanii turani.
473
Awwal: Ilaalcha siyaasaa waliin walqabatee rakkinawwan kana sirnichi mataa isaa kan uumedha jedhanii kan falman jiru.
474
Yeroo tokko tokko ammoo yeroodheeraadhaaf hiitee erga rakkistee fi fundura isanii era dukkaneesitee booda bilisa jedhaa gadi lakkisti.
475
Next Next post: GOOTATU GEERRARAA (Gamteessaa Sabaa irraa)
476
Maallqani caali-baasii kanaan argame gariin garee US akka hidhamtoonni carraa barumsaa yuunvarsiitii uummataa keessatti akka argataniif hojjetuuf akka kennamu, CEO Sleepout dubbateera.
477
Ummati Oromoo Gujii Tokkummaan Ka’uun Barattoota Oromoo 8 Hidhaa Wayyaanee Jala Jiran Baafatan.
478
78} Miçaç- Kan 78} Miçaç Kaan
479
ummata Oromoo fi oromiyaa dadhabsiisuu keessatti sirnooti nafxanyaa fi TPLF tumsa tokkoon hojachaa jiru.
480
Source: RSWO – Adooleessa 2, 2017 – ODUU, DHAAMSA RSWO FI QOPHII BIROO DHAGEEFFADHAA
481
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Magaalaa Shaambuu Keessatti Guyyaa Har’aa FXG Itti Fufee Jira.
482
Akkasumas, Sumaaleefi Ertiraa keessatii kaampii waraanaa dhaabuufi Saa'ud Arabiyaan waraana Yaman irratti hirmaachuun akka fakkeenyaatti ka'uu ni danda'a jedhu.
483
Kabaja guyyaa yaadannoo ayyaanicha bara kanaa irrattiis keessummaa kabajaa tahuun kan afeeraman keessaa H/D ABO obbo Daawid Ibsaafi Hogganaa ONLF Admiiral Mahammed Umar faa dha.
484
Yaadannoon kunis namni dubbisu akka dhabamsiisu ni taasiisa.
485
90 p-ufgSK-2A9 genomic DNA ufg44 BBABABABB-BBA-BAABBAB-AB-A--B-BBABBB-BBBAA--AAAA-BBB-A-AABAAAABABABBABABBB-BBBABBBABAABA-ABABBA-B-A--B-ABBBA-BABBAABBBBBBBABAABAABABBBAABAAAABBBABBABBBABBABBBABABAABBAABBBBBABBAABBAABBABBAABBBABBABABABBBBAAABBABAAABAABBABABABABBABBABBBBBAAAABABBBABAB-ABBABBBAAABBBBBABABB-BBBABBB-BBA-BBBB-BAB-AABAA-ABA
486
Mirgii fi dantaan ummata Oromoo alagaa fi humnoota alaa irraa kanneen dantaa aangoof bulaniin osoo hin taane ummata Oromoo abbaa dhimmaatiin murteeffamuu qaba.
487
“Dhaamsuu fi balleessuun tokkuma jedheetoo na arrabsaa!
488
Hayyuulen Oromoo Qubee Generation kun yoo akka namati jirachuu barbadanf jabatan hojeechuu qabu, Oromiyaa fi Orummumma jirachisuu qabu biyaa Bilisoomte fi Oromiyya walabomtee ijarachuu qaba.
489
Kanaaf furmaati isaa wayyaanee irraa hiikkatanii gara QBO saba ofiitti makamuudhaan caancala waraanaa fi tika TPLF fi caancala gabrummaa cicciranii bilisummaa saba ofii labsachuu qofatu furmaata ta’a.
490
Akka hayyootni adda addaa jedhanitti, tooftaan haaraa kun, Fayyadamtoota hubannoo cimsuuf akka ooluudha.
491
Iddoo dura ujummoo banaa kana fayyadamuun tukaana siree itti qabde yaadadhu.
492
Qaroominni Roobootii kanaa mootummaa Sa’udii Kan hawate yoo tahu, battalumatti Lammummaan biyyattii kennameef.
493
Yaada fi xiyyeefannoon keenya salaata irratti osoo hin ta’iin wanta biraa irratti yoo ta’ee aarii fi gaddii keenya nurraa hin galu.
494
Yeroo ammaa haala kanaan dura ture irra baay’ee fooyya’aa kan ta’eef walitti bu’iinsi naannoo daangaa Sanaa haala guutummaatti jedhamuu danda’uun baay’ee fooyya’ee jira.
495
Heerri Mootummaa RFDI, keeyyanni 44 mata duree mirga nageenya naannawaa jedhu, keeyyata xiqqoo 1 jalatti “Namoonni hundumtuu naannawa qulqulluufi fayyaqabeessa jiraachuuf mirga qabu” jechuun haalliifi iddoon lammiin kamuu jiraatu qulqulluu ta'uu akka qabu ifatti tumeera.
496
Wayita rakkooleen wal fakkaataan Liibiyaa fi Sudaan keessatti mudatanii turan, dura taa'onni AU hogganoota biyyoota miseensa mana maree nageenyaa AU ta'an kora yaamaa turan.
497
Hirmaannaa saboota, sablammootaafi uummattoota Itoophiyaan sanadni waliigaltee guddaan walqixxummaa sabootaa, sablammootaafi ummattoota Itoophiyaa gama hundaan gaaffii eenyummaa, mirga ofiin ofbulchuu, seenaa, afaan, amantii, aadaafi duudhaa saboota, sablammootaafi uummaattoota Itoophiyaa mirkaneessuu danda’u wixinee qopheessuun heera Itoophiyaa ta’ee Sadaasa 29 bara 1987 kan mirkanaa’eefi gaaffiin saboota, sablammootaafi uummattoota Itoophiyaa deebii guutuu akka argatu taasifameera.
498
Oromia: Dhimma Mormii Lagannaa Gabaa fi Mana Ooluu Ilaachisee Ibsa Qeerroo Oromoo Irraa kenname Beeksiisa Hatattamaa.
499
Eenyuma isaani siriitti காத்-fagesaani beeku புனைகதை himu garuu படியில் danda'an.